ዛሬ ማለዳ የታላቁ የኢትዮጵያ ህዳሴ ግድብ 4ኛ ዙር የውሃ ሙሌት በተሳካ ሁኔታ መጠናቀቁን ክቡር ጠቅላይ ሚኒስትራችን አብስረዉናል። ኢትዮጵያ እያሸነፈች ትሻገራለች ! መጪው ጊዜ ብርሃናማ ነው!
የረዳንና ያሳካልን ፈጣሪ ይመስገን!
Itoophiyaanonni hundi baga gammanne!
Har’a ganama guutinsi bishanii Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa marsaa 4ffaa haala milkaa’aa ta’een xumuramuu isaa kabajamoon muummee ministiraa keenya oduu gammachiisaa nuuf dabarsaniiru. Itoophiyaan injifachaa ni ceeti! Yeroon dhufu ifadha!
Waaqni nu gargaare fi nu milkeesse haa galatoomu!