በተለየም አንድነት ፓርክ ትልቁ የከተማችን የቱሪስት መዳረሻ ነው ።አሁን ላይ ተጨማሪ ፕሮጀክቶች ማለትም ፣የዕጽዋት ማዕከል ፣ታሪካዊ ቤተ መዛግብትን እና የህክምና ማዕከል ተጨምረዉለታል።
የአዲስአበባ ነዋሪዎች ኑ ጎብኙ ልጆቻችሁንም ላኩ እራሳችሁን ከማዝናናት ባለፈ እዉቀትንም ትገበዩበታላችሁ።
Magaalaa guddoon keenya Finfinneen daawwattootaaf wiirtuu cimaa ta’aa jirti.
Keessattuu paarkin tokkummaa bakka haawwata turizimii magaalaa keenyaa isa guddaadha.Ammatti pirojaktooti dabalataa jechuunis, giddu gala sanyiiwwan biqiltuu, manneen galmee seenaa qabeeyyii fi giddu galli fayyaa dabalamee jira.
Jiraattoonni magaalaa Finfinnee koottaa daawwadhaa, ijoollee keessanis ergaa, ofii keessaniifis bashannanuurra darbee beeksumma itti argattu.