በውይይታችንም ሰላምን ለማፅናት በቁርጠኝነት በትብብር መስራት እንዳለብን ተስማምተናል::
በኃይማኖቶች መካከል ያለውን ቅርበት እና ትብብር ማጠናከር ሰላምን ከማፅናት ባለፈ ለጀምርነዉ ልማትም አስፈላጊ በመሆኑ ይህንኑ አጠናክረን የምንቀጥል ይሆናል::
Galgala kana hooggantoota dhaabbilee mana amantaa hundaa fi hooggantoota yaa’ii dhaabbilee amantaa waliin marii yaada ijaarsaa taasifneerra.
Marii keenyaanis nagaa jabeessuun gara kuteessummaan wal tumsinee hojjachuu akka qabnu waliif galleerra.
Walitti dhufeenya fi walta’insa amantaa gidduu jiru cimsuun nagaa jabeessuutti dabalataan misoomaafis baay’ee barbaachisaa ta’uu isaatiin cimsinee kan itti fufnu ta’a.