በሰሞኑ ዝናብ ቦረና ላይ በስፋት የእንስሳት መኖ እና ሰሊጥ ተመርቷል። ዓመት ባልሞላ ጊዜ ከድርቅ ወደ አምራችነት መቀየሩ ተስፋ ሰጪ ነው። ውኃን በማቆርና በመቆጠብ ብልሐት ከተጠቀምን የችግርን ጊዜ ሳንቸገርበት እናልፈዋለን።
Rooba tibbanaatiin Booranaatti nyaatni horiifi saliixiin bal’inaan omishamaniiru. Waggaa utuu hin guutiin hongeerraa gara omishtummaatti cehuunsaa kan abdii namatti horudha. Bishaan kuusuudhaan malaan yoo itti fayyadamne yeroo rakkinaa dandamachuu ni dandeenya.
Animal fodder and sesame have been extensively cultivated in Borena utilizing the recent rains. The transformation from a site of drought to productivity in less than a year is promising. If we are wise in conserving water, we will overcome times of crisis.