በዚህም መሰረት በዛሬው ዕለት ያለአግባብ ታጥረው በተያዙ ቦታዎች፣ ያለ ልማት ታጥረው የተያዙና ግንባታቸው ተጀምሮ ለረዥም ጊዜ የቆሙ ህንፃዎች ፣ ያለአግባብ በተያዙ የመንግስት መኖሪያ ቤቶች ፣ የተፈጠሩ የስራ ዕድሎች የከተማውን ነዋሪ በፍትሃዊነት ተጠቃሚ ስለማድረጋቸው ፣ የኑሮ ጫናን ለመቀነስ እየተሰሩ ያሉ ስራዎችን እና የገቢ አሰባሰብ ስራን የገመገምን ሲሆን ህዝቡ ያነሳቸው ቅሬታዎች ትክክል መሆናቸውን አምነናል::
በቀጣይነትም የመረጠንን ህዝብ ዝቅ ብለን በማድመጥ የህዝባችንን ተጠቃሚነት የሚያረጋግጡ ስራዎች መስራታችንን አጠናክረን እንቀጥላለን።
Mariiwwan bal’aa jiraattota magaalaa keenyaa waliin taasifneen gaaffiiwwanii fi komiiwwan ka’an dhaggeeffannee adda baasnee deebii kennuuf hojjachaa jirra.
Bu’uura kanaan guyyaa har’aa iddoolee seeraan ala ijaaramanii qabaman, misoomaan ala ijaaramanii qabamanii fi gamoowwan ijaarsi isaanii eegalee yeroo dheeraaf dhaabbatan, manneen jireenya mootummaa, carraawwan hojii sadarkaa magaalaatti uumaman jiraattota magaalattii fayyadamtoota haqa qabeessa taasisuu dhiisuun, dhiibbaa jireenyaa hir’isuuf hojiilee hojjatamaa jiranii fi hojii odiitii galii walitti qabuu kan gamaggamne yoo ta’u, komii uummanni kaase sirrii ta’uu isaanii amanneerra.
Yeroo itti aanuttis uummata nu filate gadi jennee dhaggeeffachuun hojiilee fayyadamummaa uummata keenyaa mirkaneessan hojjachuu keenya cimsinee itti fufna.